Job 41:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka bisaani danfisani baariini woch'isisa, akuma d'ad'a bassani dulooti naqani woch'isisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galaana akka bisaan danfee godha; akka dhadhaa ejersaa ka ottee keessatti danfuutitti danfisiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qilee abbaaya'aa, akka keloo danfituu, abbaayaalle akka keloo zayiti'ii hin burqisiisa.