Job 41:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hojja bisaani keesa deemu kara bibiliqa ufi duubati lakisa baariinile hoomacha adi tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaan inni irra darbu hin ifa; bisaan galaanaallee hin hoomacheessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni karaa irra dabare akka ifu hin godha; abbaayaalle hin hoomachessa.