Job 41:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti lafa tana keesa jira ka isaani wolfakaata injirtu; inni bineensa woma insodaanne,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni uumama hin sodaanne waan ta'eef, uumamni akka isaa sirima adunyaa irra hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya lafaa irra dadi woy hin sodaanne ta akka isaa hin jirtu.