Job 41:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni wold'aqisa si woliini tolfate, aka sii hojatu ee jed'a?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma si woliin waadaa gala mo'o? bara baraan garbicha isa godhattaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga bara baraa akka ati garba isa godhattuuf, wolii galtee si woliin hin godhataa ree?