Job 42:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani eegi Ayubuni jaalani isa taani sadeeni Waaqa kad'ate. AABBO Waaqi ammalle isa horsiise, waan inni duri horate kaani ch'ufa ira harka lama kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoob waan goshoota ufii haga kadhateen maayessa, Rabbi boojuu isaa hin deebise; Rabbi waan duraan qabu caalaa dachaa lama godhee deebisee kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyoob jaalota ifii sadiif daadimateen duuba, Mootiin Waan Maraa karra isaa addee duriititti deebisee, ta dur qabu caalaa dachaa lama kenneef.