Job 42:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani isaa ta d'iiratifi ta dubraatifi jaalani isaa taani, ch'ufti gara isa d'ufte, mana isaa keesati sagale woliini sooratani. Worri isaa nahe, garaa jabeese, maro gaargala gudda AABBO Waaqi itiini d'ufe kaanitifi. Worri ch'ufti beesefi qube worqi isaa kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan dhiiraatii fi ta intalaa ta isaa, worri duraan isa beekan maruu gara isaa dhufanii mana isaatitti isa woliin dhiyana nyaatan. Waan isaatiif hin gaddan; waan hamaa Rabbi isatti fide maraaf jajjabeessaniin. Isaan maruu birri'ii fi qubee worqi'ii kennaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba obboleeyyan Iyoobii ta dhiiraatii fi ta durraa, worri dur isa beeku duudiille gara isaa dhufanee, mana isaatitti isa woliin areerratane; isaan rakkoo guddoo Mootiin Waan Maraa isatti fide maraaf gaddanee, isa jajjabeessane; tokko tokkoon isaaniituu beesee diqqo'oo fi qubee worqi'ii kennaneef.