Job 42:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Intala isa ta angafa maqa Yemima baase, ta iti aantu Kesia baase, maand'iti Keren-Hapuhu baaseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa ta hangafaa Yimiimaa, ta lammeesso'oo Qaasiyaa, ta sadeesso'oo Amaltooyaas Qiraas jedhee itti baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni intala ifii angafittii, «Yimiimaa» ta lammeesso'oo, «Qasi'aa» ta sadeesso'oo, «Qereen-haphuu» jedhee maqaa baase.