Job 42:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nad'eeni lafa suni ta aka dubra Ayubu mimid'aadu injirtu. Abbaani worra oboleyaani isaani ta d'iira woliini d'aala qood'efi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bareenni akka ijoollee intalaa ta Iyyoobii biyya maraa keessa hin jiran; abbaan isaanii obboleeyyan isaanii woliin lafa isaanii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa duudii irratti dubartiin akka durra Iyoobii guddoo miidhaddu hin jirtuuyyu; abbaan isaanii Iyoob obboleeyyan isaanii woliin dhaala isaaniif qoode.