Job 42:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini amma waan jed'e kaani ch'ufa iraa ch'eere, daarafi awaara keesa tae, ch'ubbu tiyya iraa deebia.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu uf tuffadhee biyye'ee fi daaraa irra taa'ee aagii gala.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani waan dubbadhetti fokkifadhee, buku'uu fi daadhaa irra te'ee cubbuu tiyya irraa deebi'a» jedhe.