Job 42:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Elifazifi Bildadifi Sofarini, akuma AABBO Waaqi jed'eeni kaani tahani AABBO Waaqileeni kad'acha Ayubu d'agayeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Eelfaaz namni biyya Teemaanii, Baldaadoos namni biyya Shuha'aatii fi Soofaar namni biyya Naa'ima'aallee deemanii akka Rabbi isaan ajaje godhan; Rabbillee kadhaa Iyyoobii hin dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Eliifaaziin nami qachaa Temaanii, Biildaad nami biyya Shu'aatii fi Zofaar nami biyya Naa'imaa dhaqanee, akkuma Mootiin Waan Maraa isaan ajaje godhane; Mootiin Waan Maraalle daadimata Iyoobii dhage'e.