Job 5:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni mala malticha balleesa aka harki isaa woma inarganne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujiin isaanii akka isaanii hin qajeelle yaada dhartootaa duwwaa godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri maltooleen waan hujanu akka hin muummessineef, inni karoora isaanii hin gufachiisa.