Job 5:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi hiyyeesa dua keesaa baase, harka nama worra dabsule keesaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeeyyii hunna guraadee diina isaanii jalaa isaan oolcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra hiyyeeyyii afaan shallaagaa diina isaanii jalaa, harka worra isaan cunqursuu jalalle'ee hin baasa.