Job 5:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Waaqi gorsu ayyaana qaba! Yo Waaqi guddaani sii qajeelchu, intufatini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Rabbi adabu eebbifama'a! kanaafuu lola Waaqa kee ka maraa danda'uu hin tuffatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami Waaqi xixu ka gammade! Tanaaf xixicha Waaqa waan mara dande'uu hin tuffatin.