Job 5:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi atini nagayumani mana keetiti galta; yo ree tante toatule tokole keesa ind'abdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daasee kee keessa akka nageenni baay'ate hin beetta. moonaa kee hin tooyatta wonti tokkollee si jalaa hin dhidhatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dunkaaniin teeti nageyaan akka jirtu hin beetta; yennaa hoolee teeti toowattu nageyaan isaan hin dhaggita.