Job 5:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu jaarole waan kana ganna heddu teeneti baranne, dubbini teenna d'uga, fud'ad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu'u waan kana maraa qorannee akka dhugaa ta'e argineerra. Atillee hubadhuu hujii irra oolchi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kunoo, nuuti tana duudii qorqorreerra; tun dhuga'a; atille dhage'iitii beeki» jedhe.