Job 5:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini daalle qutuma dansa qabdu arginaani, maro tokotu isa abaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni gowwaan ka uf ijaaree jiraatu arge; garuu dimmaa lola Rabbiitiin manni isaa abaarame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gowwaan hidda naqatuun dhaggeera; ammoo dedhuma manni isaa abaarame.