Job 5:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani isaa maro tokotu qarqaarsa d'abde, gaadisa dubbiti nama worra dubbatu d'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen waan wobiin isaan irraa fagaateef bakka murti'iititti miidhaan isaan irra gaye; worra isaan oolchu waan hin qabneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen isaa ijjumaa nageya hin dhaggattu; badhinna dalleya keessaa keessatti miidhaan isaan irra hin geetti, nami isaan baasulle hin jiraatu.