Job 5:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo sila anini si taate, anini Waaqa yaamad'e, gaargala kiyya iti himad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu uduu si ta'ee Rabbiin kadhadha ture; waan kiyyallee Rabbitti dhiyeeffadha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Adoo na te'e Waaqa hin barbaadadha, rakkoo tiyyalle isatti hin himadha.