Job 6:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini d'akhaa? Nafa kiyya sibiilani mid'aasani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani humna akka dhaga'aa qabaa? nafni kiyya akka sibiila diima'aa hin jabaataa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jabeenni kiyya jabeenna dhaka'aatii ree? Foon kiyya sageettu'uu ree?