Job 6:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami karaa yau, ka bisaani barbaadu, karaa iraa gore bada; worri lafa mare lafa aloo ta gamooji keesati hobaha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daldaltoonni horii fe'a'aa oofanii karaa san irra lufan, bisaan barbaadu'uuf gammoojjii keessa badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daldaltooti bisaan barbaadata karaa irraa miliqanee, goomolee keessa daaqaa badan.