Job 6:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo abdiini sunini d'aatuma laga bisaani inqamneeti, worra ira baddi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abdii isaan godhatan garuu hin saalfatan, hennaa achi gayan hin qaanayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lagi isaan addatanu waan gogeef addii hin kutatan; addee san yennaa geyanu hin bilinjoyan.