Job 6:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini qara ya wo isani kad'ad'e? Yokhaani nama naa gumbeesa ya isaniini jed'e?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani amma «waan tokko naa fidaa'a, yookaan durummaa keessan irraa liqaa naa kaffalaa'a,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ‹Woy naaf kenna'a! Karra teessaniin na woda'a!