Job 6:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokhaani harka nyaapatifi ka worra na dabsu ya, keesaa na baasa isaniini jed'e?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yookaan harka diina kiyyaatii na buusaa'a; yookaan harka diinaatii na furaa'a» isiniin jedhee?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yookiin harka diinaa jalaa na baasa'a; yookiin harka worra na cunqursuu jalaa na woda'a!› jedheeraa?