Job 6:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi guddaani ya t'iya ufiitini na woraane, had'ani isii ya nafa ch'ufa na qabatte. Waaqi ya waan nama mudamsiisa fuula nati deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi waa mara danda'u buundheewwan ufiitiin na woraaneera. hadhaan sun hafuura kiyya keessaa baya; balaan Rabbii ka nama naasisu na marseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi waan mara dande'u daaya ifiitiin na woraanee, hadhaan isaalle nafa keessa na faca'eera. Bararaqiisi Waaqaa na marseera.