Job 6:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi maanifi waan anini fed'u naa kennu dida? Inni maafi kad'acha tiyya ind'ageenne?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Maal uduu kadhaan kiyya naa dhagayamee! Maal Rabbillee uduu hawwii kiyya naa kennee!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maaloo waan gaafadhe adoo dhaggadhee, Waaqi halchaa tiyya adoo naaf guutee!