Job 7:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dandae inch'allisu, laalala lubbu tiyyaatiifi dubbad'e gaargala kiyyaafi gunguma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu afaan kiyya hin cadhisu; hafuuraan dhiphadhee dubbadha; mararamuu lubbuu tiyyaatiin gaddaan gunguma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf ani hin cadhisu; laalaa ayyaana kiyyaa hin dubbadha; hadhaa lubbuu tiyyaa irraa ta kaate hin gunguma.