Job 7:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ya ufi jibbaad'e, yo duu ira naa jirti. Jireenni na keesati inhamne, na lakifte ho?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jireenna kiyya hin tuffadhe, bara baraan jiraachuu hin feene. Barri jireenna kiyyaa gabaabaa waan ta'eef na dhiisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani jiruu tiyya jibbeera; haga bara baraa le'iisa hin barbaadu; barri jiruu tiyyaa gabaabaa waan te'eef na lakkis.