Job 7:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami maani, ka atini waan isaa akana owiftu? Atini waan inni tahu maani ira qabda?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati akka gudda'atti isa laalu'uuf, yaada keellee irra kaayu'uuf namni maali'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Akka nama barbaachisaa te'e tokkootitti akka isa ilaaltuuf, akka guddoo isa yaadattuufille nami maan inni?