Job 7:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
atini maanifi ch'ubbu tiyya na inaraaramne, yokhaani wolaalla kiyya biraa naa indeemne? D'iotu na awaalani, atini na barbaada, ammo na ingartu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maaf balleessaa kiyya naa hin dhiifne? Maaf cubbuu kiyyallee na irraa balleessuu didde? Ani amma waan du'aaf dhiyaadheef ammaa achi na barbaaddullee na hin argitu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati maaf balleessaa tiyya naaf hin araaramin? Maaf yakkaa tiyya ana irraa hin balleessin? Ani amma waan awwaalamuuf, ati na hin barbaadda, ani ammoo hin jiru» jedhe.