Job 8:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaaroleeni duri qaqarooni ha si barsiiftu, waan worri si barsiisu kana ch'aqasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan worra si barsiisuu fi worra sitti himu; isaan worra waan hubatan garaa ufii keessaa baasanii sitti himanii mii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni isaan si barsiisanuu fi sitti himanu waan hubataneeranuu motii ree?