Job 8:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami Waaqa imbeenne illaadu suni fakaata; hojja Waaqa ded'ani abdiini worraa ya badde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhumti worra Rabbiin irraanfataniillee akkasuma, abdiin nama Rabbiin irraanfatuullee hin bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Waaqa dedhu duudiin akkasuma; addiin nama Waaqa malee le'uu hin baddi.