Job 8:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hamaani aka marra adu keesaa bahe, oobru ch'ufa qabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Inni aduu keessatti akka biqiltuu bisaan dhugee lalisuuti haafni isaallee dhaaba isaa irra yaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan akka biqiltuu aduu keessatti dagaaguu ti; dameen isaa oorruu gubbaa babadhata.