Job 8:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini tante ta aka qilleensa si keesaa yaatu tunini yoomi buufatti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Haga yoomii waan kana dubbatta? haga yoomii dubbiin afaan keetiillee akka qilleensa haboonbolatti'ii ta'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Haga yoomii dubbii akkasii dubbatta? Dubbiin afaan keetii baatu akka qilleensaa ti.