Job 8:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi guddaani d'uga imballeesa? Yokhaani qajeeluma iyyaka?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhugamaan Rabbi murtii dabsaa? Waandhi maraa danda'u qajeellummaa dabsaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi muraa hin dassaa? Yookiin Waaqi waan mara dande'u dhugaa hin dassaa?