Job 8:9 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani keenna gabaaba, nu woma tokole imbeennu; nu lafa tana irati akuma gaadisa marraa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti kalee waan dhalanneef, womaalle hin beennu. Barri keenna ka biyya lafaa irraalle akka gaaddisaa dabara.