Job 9:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu waan mama jabdu inni tolchu dandeenne inhubannu waan mama heddu ka henna inqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan gugurdaa hin qoratamne, waan maalale'ee ka hin laakkayamnellee hin godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan maade'ee ta qorqoranee bira hin geenne, bilbaasota laakkonnee hin dhaqqanne hin godha.