Job 9:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni woma fed'u fud'ata, nami dandae ind'owu; nami tokoleeni ka, Atini maani tolchita? jed'uuni injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu waan barbaade fudhatee eentu isa dhoogga? eentu uggee ‹kana maaf goota?› jedhee isa gaafata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo inni butee ideeme, eentu isa dhoogga? Eentu isaan, ‹Ati maan godhiisatti jirta?› jedha.