Job 9:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi dallansu isaa ingalfatu; inni nyaapa ufii ka Rahabu, gorjama baariini ka Waaqaani morku qarqaaru, inch'arasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi lola ufii irraa duubatti hin deebi'u; worri isaa gaditti Ra'aabiin gargaaranuu Isaa sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi mufii ifii duubatti hin deebisu; worri bineensa guddaa abbaayaa keessaa ka, ‹Rahaab› jedhamu qarqaaruuyyuu isaaf hin sagadan.