Job 9:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini woma yakule baad'e anini woma tokole afaani isaa keesaa indeebisu, yo jaallaba dubbi tiyya qoru wo kad'ad'u male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani uduu qulqulluu ta'ee argamelle'ee; Waandhi murteessu akka naa dhiisu kadhadha malee deebii isaa kennuu hin uggu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yakkaa qabaatuu yoo dhabelle, abbaa mura'aa kiyya akka naaf mararu gaafadha malee, deebii isaaf kennuu hin dande'u.