Job 9:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ato akasile taate, yo inni Dubbad'i naani jed'ele waan inni na jalaa qabu insehu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa isaa waamee yoma deebiillee naa kennee iyyata kiyya naa dhagaya jedhee hin amanuun.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani maqaa isaa waammadhee inni naaf yoo deebiselle, akka inni qoonqoo tiyya dhage'u hin dhugeeffadhu.