Job 9:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee, anini waan kana ch'ufa qara d'agaye, ammo nami akami dandae Waaqa durati d'uga qaba?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Dhugamaan akka akkana ta'e ani hin beeka. garuu namni Rabbiin afo'otti akkamitti qajeelaa ta'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhuguma tun dhugaa akka teete hin beeka. Ammoo nami attam Waaqa duratti balchaa te'uu dande'a ree?