Job 9:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Waaqi nama taate, anini sila dandae wo jed'aani; nu sila gaadisa kora woliini d'anne jaaroleeti woli himanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isa woliin gara murti'ii dhiyaannee deebii isaa kennu'uuf; inni akka kiyya namaa miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani isa woliin gara kora mura'aa dhaqee deebii isaaf kenniisaaf, inni akka kiyya nama foon uffatee moti.