Job 9:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi guddo qaroomafi jabeenna qaba, Eenuti dandae isa dura eje, isaani wo morma?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaan Rabbii gad fago'o; Inni ka baallii qabu; hunni isaa guddisee jaba'a; eentu Isaan mormee nagayaan jiraate?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi qaro'o; hunnaamessalle'e; ka isa moromee, hin injifatamin eennuu?