Joel 1:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'arqi naqad'a, boha, isani qaalole, ta huji Waaqaa hojatte sorio baaftu! Mana Waaqaa seena, halkani kana ch'ufa bohaa bula! Mid'aanifi daad'iini Waaqa keesanii baasani injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaan midhaaniitii fi daadhiin woyini'ii ka Waaqaa dhiyeessitan waan hin jirreef isin gadoonni Waaqa kiyya tajaajiltan! kootta'aa uffata gaddaa uffadha'aatii halkan guutuu booyaa'a! isinillee worri hulee ciinca'aatitti tajaajiltan banne! banne! jedhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennaan midhaaniitii fi daadhii woyni'ii ta Galma Waaqa keessaniitiif dhikeessitanu waan hin jirreef, isin hayyooti woyaa gaddaa uffadha'aatii bowa'a! Isin worri addee ciinca'aatitti tajaajiltanu, wiiccifadha'a! Isin hayyooti Waaqa kiyya tajaajiltanu woyaa gaddaa uffadha'aatii halkan duudii bowa'a!