Joel 1:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi wolti yaama, guyya ufi agabsitani tolfad'a! Jaaroleefi nama lafa Yuda keesa tau ch'ufa Mana AABBO Waaqa keesani keesati wolwoldeesisa, isa yaamad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa soomaa ka addaa labsaa'a! wol geettii ayyaanaa taasifadhaa'a! jaarsotaa fi namoota biraa ka biyyattii keessa jiraatan maraa mana Rabbii Waaqa keennaatitti wolitti qaba'aatii achitti Rabbitti iyyadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laamaa woyyicha lassa'a! Yaa'ii woyyittii waama'a! Jaarsole'ee fi worra biyya san le'anu mara, Galma Mootii Waan Maraa Waaqaa keessaniititti wolitti qaba'a! Gara Mootii Waan Maraalle iyya'a!