Joel 1:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani AABBO Waaqaa ya d'iaate; guyyaani Waaqi Guddaani lafa balleesu. Mudamsu akamiti guyya suni jira!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banne! guyyaan Goofta'aa dhiyaateera! guyyaan Rabbiin waan maraa danda'u badii itti fidu gayeera; Guyyaa san hobbaas!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aanne'e! Guyyaan Mootii Waan Maraa dhikaateera! Waaqi waan mara dande'u guyyaan inni badii fidu dhikaateera.