Joel 1:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato nu agarru, mid'aani nuraa balleesani, nu waan taanu inqamnu. Gammachufi qilit'ami Mana Waaqa keenna keesa injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Midhaan ija keenna afo'oo gammachuunii fi ililfachuun mana woyyuu Waaqa keennaa keessaa sirima badeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sagaleen ila teenna duraa, gammadii fi ililleessi Galma Waaqa keennaa keessaa, ijjumaa badeera.