Joel 1:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaarole, ch'aqasa; nama lafa Yuda tana tau, na d'agaya. Wonti akana kunini bara keesanifi bara aabbooti teesanile taka ya taate?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin jaarsonni waan kana dhagayaa'a! worri Yihuudaa keessa jiraattan maruu waan kana caqasaa'a! wonti kana fakkaatu bara keessanitti yookaan bara abboota teessan ta durii keessatti ta'ee beekaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin jaarsoleen dhage'a'a! Worri Yihudaa keessa jirtanu dhage'a'a! Wonni akkasii kun bara keessan keessatti, yookiin bara abbootii teessanii keessatti teetee beettii?