Joel 1:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tuuti awaanisaa woli gula mid'aaniti baafatte; waan tuuta toko iraa hafe tuuti taani d'ibiti nyaatte hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Midhaan awwaannisa irraa hafe, tuuta korophiisaa ka olii gad yaa'utu nyaate; ka achi irraa hafellee tuuta korophiisaa ka akka kirfaffu'uu nama dhayutu balleesse; ka achi irraa hafe siqo'otu nyaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka ilmoolee awwaannisa irraa hafe, awwaannisi dargageessi nyaate; ka awwaannisa dargageessa irraa hafe, awwaannisi gugurdaan nyaate; ka awwaannisa gugurdaa irraa hafe, korophiis nyaate.