Joel 1:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi awaanisaa ya lafa teennati baafatte; inni guddo irre qaba, ammalle heddu muumme inqamne; ilkaani isaa aka ilkaani korma nyeench'aa jirani, gaadeeni isaa aka d'ala nyeench'a jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tuunni korophisa biraa ka laakkobsaa fi haga hin qabne; akka loltuu nama marsuutitti gara biyya kiyyaa dhufeera; ilkaan isaa akka ilkaan leencaati; a'oon isaa akka a'oo leenca dhala'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan hunnaameyyiin bandallaan biyya tiyya tinteerti; ilkaan isaanii akka ilkaan neenqaa, a'oon isi'ii akka a'oo neenqa dhala'aa ti.